Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Mootummaan akeeka nama nyaattummaa hordofu Wayyaaneen ummata Oromoo Harargee dhihaa dararuu imaammata dhaabbataa godhatee itti fufeaa jira.

(Madda Oduu ABO/MOA/Amajjii 27, 2009) Barattootii fi ummati Oromoo hireen isaanii Wayyaaneen dararamuu tahe erga Oromiyaan werartuu TPLFn weeraramtee as halkan tokkoof birruu fi sodaa malee bulanii hin beekan,haala kanaan ammas irra deddebitee Oromoota Hararge dhihaa keessa jiraatan maqaa WBO gargaartu jedhuun baatii Amajjii 2009 kana keessaa loltooti Wayyaanee uffata ummataa uffachuun baadiyyaa fi magaalaa keessaa deemanii ummata badii tokkoon malee Oromoota ukkamsanii bakka buutee dhabsiisaa jiru.

Naannoolee Baddeessaa, Galamsoo fi Bookee fi lafa naannoo gammoojjii tahan keessa osoo hin hafiin keessa bobba’anii Oromoota qotataa fi barataa akkasumas nagaadota hidhaatti guuraa jiraachuu MOA gabaasa.

Namoota hanga ammaatti hidhaman keessaa hangi tokko magaalaa Baddeessaa keessa gaafa Amajjii 24,2009 qabanii hidhaatti darban

  1. Barataa Bayisaa Huseeen
  2. Kazaal A  daldalaa jimaa nama tahe
  3. Ahiman Sheekaa magaalaa Ciroo 02 kan jiraatu.

Hidhaa bakka hin beekamnetti geessuun isaanii beekamee jira. MOA hanga gabaasa kana qindeessetti naannoo fi magaalotiin dhiha Harargee olitti tuqaman human tikaa fi waraana Wayyaaneen cinqamaa jiraachuu gabaasa.

MOA


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net